+251 2212-49-61, +251 22212-59-49 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

Waltaajjii hubannoo Uumuu Qooda fudhattoota Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa

Waltaajjii hubannoo uumuu qooda fudhattoota Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa qindeessummaa Abbaa Taayitaa Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa fi Waajjira pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa waliin gaggeeffame. Maricha irratti hubannaa dhimma misooma Zoonii Dinagdee irratti kennamee jira.

Rakkooleen haga ammaatti quunnamaa jiran qooda fudhattootaan adda baafamuun rakkoolee haga ammaatti jiran furuuf koreewwan qooda fudhattota irraa walitti ijaaraman sadii hundeessuun daawwannaa dirree hojii misoomaa haga ammaatti jiru gaggeessuun waltajjiin guyyoota lamaaf qaammee 2-3 gaggeeffame xumurameera

admin
About the author

Leave a Reply