+251 2212-49-61, +251 22212-59-49 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

Category

News
A Memorandum of Understanding was signed today, June 26, 2024, between GSEZDC and Chongqing Kunhuang Industrial Development Group at the GSEZDC Headquarters in Adama. This agreement enables the group to develop an industrial park for ceramic products and construction materials aimed at both domestic and international markets. The two parties held a productive discussion and...
Continue Reading
Komishinii Investimentii Itiyoophiyaa waliin gaafa guyyaa 11/10/2016 hojii misoomaa Koorporeeshiniin Misooma Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa gaggeessaa jiruu pirojektoota garaa garaa kanneen akka: pirojektii bishaanii, bakka kuusaa bishaanii/ reservoir, karaa asfaaltii fi sabsiteeshinii zoonichi hojjechiisaa jiru dawwateera.Daawwannaa kana irrattis Hoogganaa I/Aanaa KMZDAG kan ta’an Eng. Dammalaash Muluu haala qabatamaa pirojektootni irra jiran irratti ibsa gaggabaabaa kennaniiru....
Continue Reading
The Ethiopian Investment Commission (EIC) and Gada Special Economic Zone (SEZ) signed a Memorandum of Understanding (MoU) today, facilitating the project’s official launch. Inaugurated last month with Prime Minister Abiy Ahmed’s participation, the Gada SEZ is envisioned as a multi-purpose economic hub designed to attract domestic and foreign investment across logistics, manufacturing, agro-processing, and real...
Continue Reading
May 10, 2024, Prime Minister Abiy Ahmed led the inauguration of the Gada Special Economic Zone construction, overseeing the signing of a memorandum of understanding between China Civil Engineering Construction Corporation (CCECC) and the Oromia Regional State for the development of the Lume free trade zone within the Geda Special Economic Zone. During his address,...
Continue Reading
Apr 18, 2024. During its 21st regular session of the third year of tenure today, the House of Peoples’ Representatives of Ethiopia (HoPR) sanctioned bills pertaining to Special Economic Zones proclamation and the amendment of the Intergovernmental Authority on Development (IGAD) establishment agreement. The Special Economic Zones proclamation bill was referred to the parliament by...
Continue Reading
Dubartootni Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa Guyyaa Dubartootaa (March 8) marii paanaalitiin kabajanii jiru. Hojjattootni dubartootaa Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa guyyaa dubartootaa (March 8) mata duree “Dubartoota irratti Invest gochuun guddina Saffisisa” jedhuun marii paanaalitiin kabajaniiru.Bakka bu’aan Daarektaraa Ol’anaa Zoonicha Obbo Kabbadaa Baayisaa haasawa taasisaniin baay’ina ummataa keessaa harka walakkaa ol kan ta’an Dubartoota irratti Investii...
Continue Reading
Leenjii kaafamtoota misoomaaf qophaa’e irratti waliinta’insa Ejensii Kaafamtoota Misoomaa Damee Adaamaa, Baankii Siinqee fi Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa(GSEZ) guyyoota sadiif matadureewwan Qorqalbii bizinasii fi ogummaa mala jireenyaa, Entrepreneurship fi Qusannoo, akkasumaas gurmaa’insa irratti Magaalaa Mojoo Galma Hoteela Hundaa’olitti kennamaa jirajiraachuu isaa Hoji-gaggeessaan Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa obbo Mootummaa Tamasgeen ibsaniiru. Dablataanis, kaafamtoonni misoomaa  gara fuula...
Continue Reading
Sirni Gadaa sirna madda dimokiraasii Uummanni Oromoo akka waliigalaatti addunyaa kanaaf, bifa addaatiin immoo Itiyoophiyaadhaaf gumaachedha.  Abbootiin Gadaa Gujii Sirna Walharkaa fuudhinsa Baallii 75ffaa Abbaa Gadaa Harmuffaa Jiloo Mandhoo irraa gara Abbaa Gadaa Roobalee Jarsoo Dhugootti Gurraandhala 13, bara 2016 bakka pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa kabajamoo obbo Shimallis Abdiisaa fi jilli isaaniin dursamu argamanitti karaa...
Continue Reading
Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa gamaaggama hojii ji’a jahaa qoratee jira. Daareektera ol’aanaa Zoonichaa obbo Mootummaa Tamasgeen kallattii eega kaahanii booda, gabaasni ji’oota jahan darbanii dhiyaachuun mariin irratti gaggeeffamee jira. Marii kana irratti hojjettoonni zoonichaa hirmaannaa cimaa kan taasisan yoo ta’u, ciminnii fi hanqinni sirriitti adda bahee irratti walii galuun yeroo hafe kurmaana 3ffaa fi 4ffaa...
Continue Reading
PM Abiy Ahmed has been awarded the prestigious FAO Agricola Medal for his vision, leadership and commitment to food security and nutrition as well as the pursuit of innovative solutions in wheat self-sufficiency.
Continue Reading
1 2 3 6