+251 2212-49-61, +251 22212-59-49 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

Leenjii Kaafamtoota Misoomaa

Leenjii kaafamtoota misoomaaf qophaa’e irratti waliinta’insa Ejensii Kaafamtoota Misoomaa Damee Adaamaa, Baankii Siinqee fi Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa(GSEZ) guyyoota sadiif matadureewwan Qorqalbii bizinasii fi ogummaa mala jireenyaa, Entrepreneurship fi Qusannoo, akkasumaas gurmaa’insa irratti Magaalaa Mojoo Galma Hoteela Hundaa’olitti kennamaa jirajiraachuu isaa Hoji-gaggeessaan Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa obbo Mootummaa Tamasgeen ibsaniiru. Dablataanis, kaafamtoonni misoomaa  gara fuula duraatti jiruu fi jireenya isaanii fi kan maatii isaanii fooyyessuun bu’a qabeessa akka ta’aniif leenjichi shoora olaanaa qabaata jechuun hirmaattota leenjiichaaf yaada qaban ibsanii jiru.

admin
About the author

Leave a Reply