+251 2212-49-61, +251 22212-59-49 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa(GSEZ) hojii ji’a jahaa qorate.

Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa gamaaggama hojii ji’a jahaa qoratee jira. Daareektera ol’aanaa Zoonichaa obbo Mootummaa Tamasgeen kallattii eega kaahanii booda, gabaasni ji’oota jahan darbanii dhiyaachuun mariin irratti gaggeeffamee jira. Marii kana irratti hojjettoonni zoonichaa hirmaannaa cimaa kan taasisan yoo ta’u, ciminnii fi hanqinni sirriitti adda bahee irratti walii galuun yeroo hafe kurmaana 3ffaa fi 4ffaa keessatti miira yeroo hinqabnuutiin hojjechuuf irratti walii galuun marichi bifa nama hawwatuun goolabamee jira. Dabalataanis, hojjettoonni zoonichaa hojiiwwan misoomaa zoonicha keessatti hojjetamaa jiran daawwataniiru.

admin
About the author

Leave a Reply