+251 22-21-21-1-21 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

Raawwii Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa(GSEZ)

Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa gamaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara 2016 gaggeesse. Gamaggama kanarratti ciminni fi Hanqinii akka Zonii Dinagdee Addaa Gadaatti hojii keessatii mul’atan bal’inaan kan irrati mari’atamee yoo tahu, dabalataanis kallattiin Mootummaan kaa’ee akka ka’umsati fudhachuun, kallatiin hojii kurmaana 2ffaa Ob. Dammalaash muluun ka’ameera.

admin
About the author

Leave a Reply

Total Visitor

113940
Views Today : 338
Total views : 585065
Who's Online : 5