+251 22 21 21 121, +251 22 21 22 692 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

GSEZ Promotion at OTC exhibition.

Over the past three days, Gada Special Economic Zone (GSEZ) has actively participated in the ‘Oromia Tourism Week’ exhibition, successfully fulfilling its mission of promoting the zone. The event attracted numerous domestic and international investors who expressed keen interest in visiting GSEZ and exploring opportunities to engage in its development. In addition, senior officials from both the Oromia National Regional State and the federal government honored the zone with their presence. Overall, the three-day participation proved highly successful and rewarding for GSEZ.

Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa Egzibiishinii “Torban Tuurizimii Oromiyaa” jedhuun Koomishiniin Tuuriizimii Oromiyaa Hooteela Iskaaylaayitiitti qopheesse irratti hirmaachuun guyyoota sadan darbaniif hirmaachuun zoonicha beeksisaa ture xumureera. Guyyoota sadan kana keessatti investeroota biyya keessaa fi alaa, aanga’oota ol’aanoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Itiyoophiyaa hojii zoonichaa daawwachuun, fuula gura gama isaaniitiin gahee irraa eegamu tachuuf, inveesteroonni tokko tokko ammoo hojii misoomaa zoonichaa irratti hirmaachuuf fedhii agrsiisuun yeroo dhiyootti gara zoonichaa dhufuun akka daawwatan ibsaniiru. Walumaa galatti, hojiin zoonicha beeksisuu sadarkaa ol’aanaadhaan gaggeessamaa turuun milkaa’ina gaariidhaan xumurameera.

admin
About the author

Leave a Reply

Total Visitor

085153
Views Today : 467
Total views : 506239
Who's Online : 4