+251 22 21 21 121, +251 22 21 22 692 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

GSEZ is Participating on the “Oromia Tourism Week” exhibition organized by the Oromia Tourism Commission

Gada Special Economic Zone (GSEZ) has been promoting the zone by participating in the “Oromia Tourism Week” exhibition organized by the Oromia Tourism Commission at the Skylight Hotel. Today’s performance was good. Investors and senior officials of the Oromia National Regional State and Federal Government visited us on the spot. We distributed 40 Investment Guides and 35 Newsletter prepared at the end of 2017 to further promote the zone.

Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa Egzibiishinii “Torban Tuurizimii Oromiyaa” jedhuun Koomishiniin Tuuriizimii Oromiyaa Hooteela Iskaaylaayitiitti qopheesse irratti hirmaachuun zoonicha beeksisaa ooleera. Olmaan har’aa gaarii ture. Inveesteroonnii fi qaamni ol’aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Federaalaa bakkatti argamuun kan daawwatan yoo ta’u, waa’ee zoonichaa ibsuu irraan gamatti gaaffii tokko tokko ka’aniifis ibsi gahaan itti kennameera. Inveestment Guide 40 fi Newsletter 35 dhuma bara bara 2017 qophaahan raabsuun zoonicha daran beeksisaa oolleerra.

admin
About the author

Leave a Reply

Total Visitor

085174
Views Today : 523
Total views : 506295
Who's Online : 4