+251 22 21 21 121, +251 22 21 22 692 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

Ayyaana Irreechaa.

Uummata Oromoo fi sabaa fi sablammii Itiyoophiyaa hundaaf, baga jalabultii Ayyaana Irreechaa bara 2018 “Irreecha, Oka’insa Biyyaaf!” jedhamuun kabajamuun isin gahe. Ayyaanni Irreechaa ayyaana, miiliyoononni guyyaa tokkotti, bakka tokkotti bahanii nagaan kabajan, aadaa, duudhaa fi eenyummaa isaanii itti calaqqisiisan ayyaana guddaa fi Uummata Oromoo biratti ulfinaan kabajamudha. Irreechi tokkummaa cimsuu, obbolummaa labsuu fi walooma dagaagsuu keessatti shoora ol’aanaa kan qabu qabeenya walooti. Ayyaanni kun waqtii roobaa fiixee booda kan raawwatamu yoo ta’u, hambaa aadaa baay’ee barbaachisaa ta’eedha. Irreechi aadaa qofaa miti; misoomas. Yeroo misooma yaaddan ammoo, Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa (ZDAG) waliin eegeree keenya haa ijaarrannu!
Oofkalaa!

Happy start of the 2025 “Irreecha, for National Leap up!” Festival. The Irreecha festival is a great festival, where millions of people come out in one day, in one place to celebrate peacefully, reflecting their culture, traditions and identity. Irreecha is a common resource that plays an important role in strengthening unity, proclaiming brotherhood and promoting commonality. This festival takes place after the peak of the rainy season and is a very important cultural heritage. Irreecha is not only tradition but also development. When you think of development, let’s build our future with the Gada Special Economic Zone (GSEZ)!

admin
About the author

Leave a Reply

Total Visitor

085153
Views Today : 469
Total views : 506241
Who's Online : 4