+251 22-21-21-1-21
Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada
Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia
Day
January 14, 2026
14
Jan
January 14, 2026
admin
News
Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa gamaaggama raawwii hojii ji’a 6 gaggeesse.
Inveesteroota 40 doolaara miliyoona 589.93 ol galmeessisan simatee hojii keessaa kan jiru zoonichi, hojii ji’oota 6’n darbanii gamaaggamuun ciminoota jiran akka itti fufan; hanqinoonni hojii keessatti mul’atan ammoo yeroo hafe keessatti miira yeroo hin qabnuutiin karoorfachuun raawwachuun akka nurra jiraatu kallattii kan kaahan Hojii gaggeessaa Ol’aanaa zoonichaa obbo Mootummaa Tamasgeen, hojjettoonnis bifuma kallattii taa’een hojjechuun...
Continue Reading
Quick Links
Home
About Us
Contact
FAQ