+251 22 21 21 121, +251 22 21 22 692 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

GSEZ Employees visited the projects underway in the zone.

Employees of the Gada Special Economic Zone Development Corporation visited the projects underway in the zone. The staff visited completed projects in the zone such as asphalt roads, buster stations, sewerage lines and those currently under construction such as power station, Kun Hwang industrial park, Rui Yao construction materials factory, parking lots and car marketing and sales station. Accordingly, the staff explained, “the development work of the zone is on a good start and in the 2018 fiscal year, we will join hands in our work without a sense of time, increase innovation and work in a quality manner they said they would issue.

Hojjettoonni Korporeeshinii Misooma Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa pirojeektota zoonicha keessatti hojjetamaa jiran daawwatan. Hojjettooonni kun pirojeektota zoonicha keessatti hojjetamanii xumuraman kan akka daandii asfaaltii, buster isteeshinii, sarara bo’oo bishaanii fi kan yeroo ammaa ijaaramaa jiran kan akka human ibsaa, paarkii industirii Kun Hwang, kan warshaa oomisha galteewwan ijaarsaa Rui Yao, bakka buufataa fi gurgurtaa  konkolaataa  fi kkf daawwataniiru. Haaluma Kanaan, hojjettoonni kun akkuma ibsanitti, “ hojii misooma zoonichaa jalqabbii gaarii irra kan jiru ta’uu hubatanii, bara bajataa 2018 keessatti immoo harka walqabachuun hojii keenya miira yeroo hin qabuunuutiin, kalaqa dabaluun karaa qulqullina qabuun hojjechuun ergama zoonichatti kenname dhugoomsuun mul’ata zoonicha “bara 2062’tti Wiirtuu Daldala Afriikaa fi Addunyaa”  ta’uu jedhu fiixaan ni baasna jedhaniiru.

Build your future!

admin
About the author

Leave a Reply

Total Visitor

062030
Views Today : 732
Total views : 388035
Who's Online : 1