+251 22 21 21 121, +251 22 21 22 692 Adama City, Melka Adama Sub-City, Abba Gada Oromia, Ethiopia
The First
Economic Zone in Ethiopia

Capacity-building training session on “Performance Evaluation” delivered to the staff of the GSEZ.

A capacity-building training session on “Performance Evaluation” is currently being delivered to the staff of the Gada Special Economic Zone by H.E. Kebede Geneti (PhD). In his opening address, CEO Mr. Motuma Temesgen emphasized the importance of active staff engagement, stating that employees should take part in making history in the realization of the mission of GSEZ. The training is set to continue tomorrow with additional topics.

Leenjiin ijaarsa dandeettii hojjettoota Zoonii Diinagdee Addaa Gadaatiif Mata duree, “Performance Evaluation” jedhamu irratti kennamaa jira. Haasawa baninsaa irratti Hojii Gageessaa Ola’aanaan Zoonichaa, obbo Mootummaa Tamsageen akka jedhanitti, “ nuti hojjettoonni zoonichaa qaama seenaa hojjetu ta’uu qabna!” jedhaniiru. Leenjichi mata dureelee adda addaa irratti guyyaa boruus kan itti fufu ta’a.

admin
About the author

Leave a Reply

Total Visitor

061918
Views Today : 166
Total views : 387469
Who's Online : 2